Efesoon 2:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 እስንስ እሱማን መነ ዋቅን ሀፉረሳቲን ኬሰ ጅራቱ ታተኒ ቶኩማዻን እጃረማ ጅርቱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Isinis immoo isumaan mana isa Waaqayyo hafuura isaatiin keessa jiraatu taatanii itti ijaaramuu keessan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Isinis isumaan mana Waaqni Hafuura isaatiin keessa jiraatu taatanii tokkummaadhaan ijaaramaa jirtu. Sien die hoofstuk |