Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Efesoon 2:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 እን ፎን ኦፊቲን ሴረ አጀጃፊ ስርነሳ ወጅን ዲጌረ። ካዮንሳስ ጀረ ለማን ኬሳ ኦፉመሳቲን ነመ ሃራ ቶኮ ኡሜ አከሲን ነጋ ቡሱዻን

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Inni nagaa buusuudhaan qooda gosa lamaanii namummaa haaraa isatti argamu tokko akka uumuuf abboommotaa fi toora seera sanaa namoota irraa kaase*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 inni foon ofiitiin seera ajajaa fi sirna isaa wajjin diigeera. Kaayyoon isaas jara lamaan keessaa ofuma isaatiin nama haaraa tokko uumee akkasiin nagaa buusuudhaan

Sien die hoofstuk Kopieer




Efesoon 2:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies