Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Efesoon 2:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ከናፍ እስን ወር ዱሩማ ዸሎታን ነሞተ ኦርማ ታተን አከ ወረ ዸግነ ቀባ ሀርከ ነማቲን ዸግነ ነማረት ሆጄተሙን፣ “ኑ ወረ ዸግነ ቀበቴዸ” ኦፊን ጄዸን ብረት “ወረ ዸግነ ህንቀበትን” ጄዸምተኒ ዋመምተን ሰነ ያደዻ፤

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Isin warri saba Waaqayyoo hin ta'in, ?Warra dhagna qabatan? waan harkaan dhagna namaa irratti hojjetamuun warra of waaman biratti, ?Warra dhagna hin qabatin? jedhamtanii akka waamamaa turtan yaadadhaa*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Kanaaf isin warri durumaa dhalootaan Namoota Ormaa taatan akka warra dhagna qabaa harka namaatiin dhagna namaa irratti hojjetamuun, “Nu warra dhagna qabatee dha” ofiin jedhan biratti “Warra dhagna hin qabatin” jedhamtanii waamamtan sana yaadadhaa;

Sien die hoofstuk Kopieer




Efesoon 2:11

Volg ons:

Advertensies


Advertensies