Efesoon 2:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ ሆጂ ሀርከሳቲ፤ ሆጂ ጋሪ ዋቅን ዱራን ዱርሴ አከ ኑ ሆጄትኑፍ ቆጴሴ ሰነ አከ ሆጄትኑፍስ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ኡመምኔ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddeebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Nu hojii harka isaatii; hojii gaarii Waaqni duraan dursee akka nu hojjennuuf qopheesse sana akka hojjennuufis karaa Kiristoos Yesuusiin uumamne. Sien die hoofstuk |