Efesoon 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ አከ ኑ እጪቲ ፌዺሳ ከን አከ ያደሳ እሰ ጋሪ እን ከራ ክርስቶሲን ከሮርፈቴ ሰነ ቤክኑ ጎዼ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo waan isatti gaarii fakkaate karaa Kristos itti yaadee of dura kaa'atee ture; ammas dhoksaan fedha isaa kun nu biratti akka beekamu godhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis akka nu icciitii fedhii isaa kan akka yaada isaa isa gaarii inni karaa Kiristoosiin karoorfate sana beeknu godhe; Sien die hoofstuk |