Efesoon 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኑስ እሱማን አኩመ በዻዹማ አያነ ዋቃት ዺገሳቲን ፉረመ ጄቹንስ፣ ዺፈመ ጩቡ ቀብነ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Nus isumaan akkuma badhaadhummaa ayyaana Waaqaatti dhiiga isaatiin furama jechuunis, dhiifama cubbuu arganneerra; Sien die hoofstuk |