Efesoon 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቅኒፊ አባን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ እን ክርስቶሲን ኤበ ሀፉራ ሁንዱማን ሰሚረት ኑ ኤብሴ ሱን ሃኤብፈሙ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos isa karaa Kristos eebba hafuuraa hundumaan, waan waaqa irraatiinis nu eebbiseef galanni haa ta'u*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqnii fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos inni Kiristoosiin eebba hafuuraa hundumaan samii irratti nu eebbise sun haa eebbifamu. Sien die hoofstuk |