Efesoon 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ከን እን እቲን ክርስቶስን ወረ ዱአን ኬሳ ካሴ ሰሚረት ምርገ ኦፊ ቴስሴ ሰነ ሙልእሴዸ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Inni hojii aangoo isaa kanaan Kristosin warra du'an keessaa kaasee, waaqa irrattis gara mirga ofii isaatii isa teessise*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 kan inni ittiin Kiristoosin warra duʼan keessaa kaasee samii irratti mirga ofii teessise sana mulʼisee dha; Sien die hoofstuk |