Efesoon 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ ፌዺ ዋቃቲን ኤርገማ ክርስቶስ ዬሱስ ተኤራ፣ ገረ ቁልቁሎተ ኤፌሶን ጅራተን ከኔን ክርስቶስ ዬሱስት አመነሞ ተአንት፦ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos fedha Waaqayyootiin ergamaa Kristos Yesus kanan ta'e, warra Kristos Yesusitti amananii, Waaqayyoof qulqullaa'anii mandara Efesoon jiraataniif kana caafuu koo ti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa fedhii Waaqaatiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼe irraa, Gara qulqulloota Efesoon jiraatan kanneen Kiristoos Yesuusitti amanamoo taʼanitti: Sien die hoofstuk |