Daaniʼel 9:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ኡቱ አን ዱብቻፊ ከዸቻ፣ ጩቡኮቲፊ ጩቡ ሰበኮ እስራኤል ህመቻ፣ ቱሉሳ ቁልቁሉፍስ ዋቀዮ ዋቀኮ ጋፈቻ ጅሩ፣ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Ani dubbii kanaan nan kadhadhe, cubbuu koo fi cubbuu saba koo Israa'el nan himadhe; tulluu Waaqayyo koo isa qulqullaa'aadhaaf himata koo Waaqayyo gooftaa koo duratti nan dhi'eeffadhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Utuu ani dubbichaa fi kadhachaa, cubbuu kootii fi cubbuu saba koo Israaʼel himachaa, tulluu isaa qulqulluufis Waaqayyo Waaqa koo gaafachaa jiruu, Sien die hoofstuk |