Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 9:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 “ኤጋ ያ ዋቀኬኘ፣ ከዸትናፊ ዋመተ ገርብቸኬቲ ዸገእ። ያ ጎፍታ፣ ኡልፍነኬቲፍ ጄዺቲ ፉለኬ ገረ እዶኬ ቁልቁሉ ኦኔ ሰናት ዴብስ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Ammas yaa Waaqayyo keenyaa, kadhataa fi himata garbicha kee dhaggeeffadhu! Yaa gooftaa, maqaa keef jedhii mana qulqullummaa kee isa diigamee bade fuula ifaadhaan ilaali*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 “Egaa yaa Waaqa keenya, kadhannaa fi waammata garbicha keetii dhagaʼi. Yaa Gooftaa, ulfina keetiif jedhiitii fuula kee gara iddoo kee qulqulluu one sanaatti deebisi.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 9:17

Volg ons:

Advertensies


Advertensies