Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 9:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዋቀዮ በላ ኑት ፍዱራ ዱበት ህንዴብኔ፤ ዋቀዮ ዋቅንኬኘ ዋን ሆጄቱ ሁንዳን ቀጄላዻቲ፤ ኑ ገሩ እሳፍ ህንአጀጀምኔ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Waaqayyo dubbii isaa eegee wanta hamaa sana nu irratti fide; Waaqayyo gooftaan keenya hojii hojjetu hundumaatti qajeelaa dha, nuyi garuu sagalee isaa hin dhaggeeffanne.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Waaqayyo balaa nutti fiduu irraa duubatti hin deebine; Waaqayyo Waaqni keenya waan hojjetu hundaan qajeelaadhaatii; nu garuu isaaf hin ajajamne.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 9:14

Volg ons:

Advertensies


Advertensies