Daaniʼel 8:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ሬኤን ሱንስ አከ መሌ ጉደቴ፤ ገሩ ዬሮ ሁምንሳ ጀባቴት ጋንፍሳ ጉድች እሰራ ጨቤ፤ ቆደሳስ ጋንፈወን አፉር ጉደተኒ ገረ ቡቤወን ሰሚ አፍረኒት በአን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yommus korbeessichi reettii sun hammana kan hin jedhamne of-guddise; yeroo inni baay'ee jabaatetti garuu gaanfi isaa inni guddichi in cabe; qooda isaas gaanfonni bakkeetti mul'atan afur gara golee waaqaa arfaniitti in ba'an*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Reʼeen sunis akka malee guddate; garuu yeroo humni isaa jabaatetti gaanfi isaa guddichi isa irraa cabe; qooda isaas gaanfawwan afur guddatanii gara bubbeewwan samii afraniitti baʼan. Sien die hoofstuk |