Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 አን ኡቱ እን አከ መሌ ኣሬ እሰ ዸኤ ጋንፈሳ ለማንስ እሰራ ጨጨብሱ ነንአርጌ። ሆላን ሱን ኦፍራ እሰ ዾዉፍ ሁምነ ህንቀቡ ቱሬ፤ ሬኤን ሱን ለፋን እሰ ዸኤ ኦፍ ጀለት ዽዺቴ፤ ሆላ ሰነስ ሁምነሳ ጀላ ባሱ ከን ደንደኡ ቶኮዩ ህንቱሬ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Gara korbeessa hoolichaatti dhi'aachuu isaa nan arge; isatti aaree boba'ee, rukutees gaanfa isaa lamaanuu in cabse; korbeessi hoolichaa garuu isa dura dhaabatee ittiin qabuudhaaf humna dhabe; korbeessi reettii sun korbeessa hoolichaa darbatee lafaan dha'ee, asii gad in dhidhiite, tokko illees hoolicha humna isaa jalaa baasuu hin dandeenye.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Ani utuu inni akka malee aaree isa dhaʼee gaanfa isaa lamaanis isa irraa caccabsuu nan arge. Hoolaan sun of irraa isa dhowwuuf humna hin qabu ture; reʼeen sun lafaan isa dhaʼee of jalatti dhidhiite; hoolaa sanas humna isaa jalaa baasuu kan dandaʼu tokko iyyuu hin turre.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:7

Volg ons:

Advertensies


Advertensies