Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 እንስ ገረ ኮርቤሰ ሆላ ከን ጋንፈ ለመ ቀቡ ከን አን ኡቱ እን ለገ ጭነ ዻበቱ አርጌ ሰና ዹፌ ኣሪ ጉዳዻን እሰ ጅፈቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Inni gara korbeessa hoolaa isa ani qarqara lagichaa dhaabate arge, isa gaanfa lama qabu sanaa dhaqee, aaree humnaan gara isaatti in fiige.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Innis gara korbeessa hoolaa kan gaanfa lama qabu kan ani utuu inni laga cina dhaabatuu arge sanaa dhufee aarii guddaadhaan isa jifate.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:6

Volg ons:

Advertensies


Advertensies