Daaniʼel 8:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 አን ዳንኤልስ አከ መሌ ደዸቤ ጉዮተ ባይኤ ዹኩብሰዼን ጪሴ። ኤርገሲስ ከኤ ገረ ሆጂ ሞትቻ ነንዸቄ። አንስ ሙልአተን አርጌ ሰናን ርፈዼን ቱሬ፤ ዱቢንሳስ ናፍህን ገሌ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Kana irratti ani Daani'el bututee dhukkubsadhees guyyaa baay'ee nan ciise; kana booddee ka'een gara hojii mootichaatti ba'e; mul'aticha immoo ani waanuma isaa nan wallaale, hin hubannes. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Ani Daaniʼelis akka malee dadhabee guyyoota baayʼee dhukkubsadheen ciise. Ergasiis kaʼee gara hojii mootichaa nan dhaqe. Anis mulʼatan argee sanaan rifadheen ture; dubbiin isaas naaf hin galle. Sien die hoofstuk |