Daaniʼel 8:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “ሙልአትን ገልገላፊ ገነመ ስት ሙልእፈሜ ሱንስ ዹጋዸ፤ ገሩ ሰበቢ እን ዋን በረ ዼራ ቦዴ ተኡፍ ጅሩ አርግሲሱፍ እሰ ጩፍ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Inni waa'ee ganamaa fi galgalaa mul'ata keessatti himame sun dhugaa dha; garuu guyyaa baay'ee waan turuuf, mul'aticha cufii kaa'i!>> naan jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “Mulʼanni galgalaa fi ganama sitti mulʼifame sunis dhugaa dha; garuu sababii inni waan bara dheeraa booddee taʼuuf jiru argisiisuuf isa cufi.” Sien die hoofstuk |