Daaniʼel 8:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እንስ አከነ ጄዼ፤ “አን ዋን ቦዴ ዬሮ ዼከምሳት ዹፉፍ ጅሩ ስት ነንህመ፤ ሙልአትን ሱን ዋን በረ ዹማ ከን ሙርታኤ ሰነ ኬሰት ተኡ አርግሲሳቲ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 <<Kun gara dhumaatti yeroo muramaa tokko kan ilaalu waan ta'eef, kunoo, yeroo dheekkamsichaa isa gara booddeetti wanta ta'uuf jiru sitti nan beeksisa! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Innis akkana jedhe; “Ani waan booddee yeroo dheekkamsaatti dhufuuf jiru sitti nan hima; mulʼanni sun waan bara dhumaa kan murtaaʼe sana keessatti taʼu argisiisaatii. Sien die hoofstuk |