Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ኡቱመ አን ዳንኤል ሙልአተ ሰነ አርጌ ሂካሳ ሁበቹፍ ያላ ጅሩ እን ነመ ፈካቱ ቶኮ ፉለኮ ዱረ ዻበቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Ani Daani'el mul'ata kana ergan argee booddee, hiikaa isaa hubachuu nan barbaade; kunoos nama kan fakkaatu tokko na dura dhaabate.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Utuma ani Daaniʼel mulʼata sana argee hiikkaa isaa hubachuuf yaalaa jiruu inni nama fakkaatu tokko fuula koo dura dhaabate.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies