Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ጋፍን ሱንስ ሀመ ራያ ሰሚወኒ ቀቀቤ ራያ ኡርጂወኒ ኬሳ ቶኮ ቶኮ ለፈት ገድ ደርበቴ ኦፍ ጀለት ዽዺቱት ጉደቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Hamma macca waaqaatti iyyuu baay'ee in guddate; macca urjootaa keessaas kaan gad darbatee lafatti isaan dhidhiite*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Gaafni sunis hamma raayyaa samiiwwanii qaqqabee raayyaa urjiiwwanii keessaa tokko tokko lafatti gad darbatee of jalatti dhidhiitutti guddate.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies