Daaniʼel 7:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 እን ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞርሙዻን ቁልቁሎተሳ ጩንቁርሴ ዬሮ ሙርቴፈሜፍ ሴረሌ ጌደሩፍ ያለ። ቁልቁሎትንስ በረ ቶኮፍ፣ በረ ለማፊ ወለካ በራቲፍ ደበርፈመኒ ሀርከሳት ንኬነሙ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Isa hundumaa gara irraa jiru irratti in dubbata, ayyaana beekamaa, seera Waaqayyoos geddaruu in yaada; warra isa hundumaa gara irraa jiruuf qulqullaa'an in dadhabsiisa; isaanis bara tokkoof, bara lamaaf, bara walakkaadhaafis harka isaatti in kennamu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Inni Waaqa Waan Hundaa Olii mormuudhaan qulqulloota isaa cunqursee yeroo murteeffameef seera illee geeddaruuf yaala. Qulqulloonnis bara tokkoof, bara lamaa fi walakkaa baraatiif dabarfamanii harka isaatti ni kennamu. Sien die hoofstuk |