Daaniʼel 7:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 “አንስ ሙልአተ ሀልከኒቲን ነንእላሌ፤ ኩኖ ፉለኮ ዱረ እልመ ነማ ከን ፈካቱ ቶኮቱ ዱሜሰ ሰሚቲን ዹፋ ቱሬ። እንስ ገረ እሰ በረ ዱሪት ዹፌ፤ ፉለሳ ዱረትስ እሰ ዽኤሰን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 <<Kunoo, ilma namaa kan fakkaatu duumessoota waaqaatiin dhufuu isaa halkan mul'ataan nan arge; yommus inni gara isa bara baay'ee dheeraa jiraate sanaa dhaqee isa duratti in dhi'eeffame*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 “Anis mulʼata halkaniitiin nan ilaale; kunoo fuula koo dura ilma namaa kan fakkaatu tokkotu duumessa samiitiin dhufaa ture. Innis gara Isa Bara Duriitti dhufe; fuula isaa durattis isa dhiʼeessan. Sien die hoofstuk |