Daaniʼel 6:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 እን ንበራረ፤ ንኦልቸስ፤ ሰሚ ኬሳፊ ለፈረት መለቶወኒፊ ድንቂወን ሆጄተ። እን ዳንኤልን፣ አፋን ሌንጮታቲ ባሴረ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Inni in oolcha, in hoofkalchas; inni bantii waaqaa keessatti, lafa irrattis, milikkitoota in argisiisa, dinqiiwwan in hojjeta; Daani'elin harka leencotaa keessaa inni oolche isa!>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Inni ni baraara; ni oolchas; samii keessaa fi lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan hojjeta. Inni Daaniʼelin, afaan leencotaatii baaseera.” Sien die hoofstuk |