Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 6:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 ወር ሶባን ዳንኤልን ህመተንስ አጀጀ ሞትቻቲን ኒቶታፊ እጆሌሳኒ ወጅን ፍደመኒ ቦለ ሌንጫት ደርበተመን። ኡቱ እሳን ቦለ ሰነ ኬሰ ለፈ ህንገእን ሌንጮትን እሳን ጭጭረተኒ ለፌሳኒ ሁንደ ጨጨብሰን።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 Mootichi abboomnaan warra Daani'elin hamatan sana fidanii, dubartoota isaanii fi ijoollee isaanii wajjin boolla leencotaa keessa bubbuusan; garuu utuma isaan boollicha keessaa lafa hin ga'in leenconni qolatanii lafee isaanii caccabsan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 Warri sobaan Daaniʼelin himatanis ajaja mootichaatiin niitotaa fi ijoollee isaanii wajjin fidamanii boolla leencaatti darbataman. Utuu isaan boolla sana keessa lafa hin gaʼin leenconni isaan cicciratanii lafee isaanii hunda caccabsan.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 6:24

Volg ons:

Advertensies


Advertensies