Daaniʼel 6:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እንስ ዮሙ ቦለ ሰነት ዽኣቴት ሰገሌ ጉዳዻን፣ “ያ ዳንኤል ተጃጅላ ዋቀ ጅራታ፣ ዋቅን አት ዬሮ ሁንደ እሰ ተጃጅልቱ ሱን ሌንጮተራ ስ በራሩ ደንደኤራ?” ጄዼ ዳንኤልን ዋሜ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 gara boollicha isa Daani'el keessa turetti yommuu dhi'aate immoo, sagalee yaaddootiin,<<Yaa Daani'el, hojjetaa Waaqayyo jiraataa, Waaqayyo kee inni ati ittuma fuftee waaqessitu, afaan leencotaa keessaa si oolchuu danda'eeraa?>> jedhee guddisee gaafate*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Innis yommuu boolla sanatti dhiʼaatetti sagalee guddaadhaan, “Yaa Daaniʼel tajaajilaa Waaqa jiraataa, Waaqni ati yeroo hunda isa tajaajiltu sun leencota irraa si baraaruu dandaʼeeraa?” jedhee Daaniʼelin waame. Sien die hoofstuk |