Daaniʼel 5:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ፉል ሞትቻ ንጌደረሜ፤ እንስ ሶዳዻን ጉተሜ ጅልብሳ ሆለቴ ወልዸኤ፤ ሚልሳስ ንላፌ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Mootichis bifni isaa geddaramee, yaadni isaas in raafame; harki isaa fi miilli isaa in bushaa'e, jilbi isaas wal-rukute. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Fuulli mootichaa ni geeddaramee; innis sodaadhaan guutamee jilbii isaa hollatee waldhaʼe; miilli isaas ni laafe. Sien die hoofstuk |