Daaniʼel 5:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ዳርዮስ ነምች ሜዴ ኡሙሪሳ ጃተሚ ለመፋት ሞቱማ ሰነ ፉዸቴ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Daariyos namni biyya Medoon immoo mootummicha fudhate; innis nama waggaa jaatamii lamaa ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Daariyoos namichi Meedee umurii isaa jaatamii lammaffaatti mootummaa sana fudhate. Sien die hoofstuk |