Daaniʼel 5:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “ሂካንሳስ ከነ፦ “ማኔ ጄቹን ዋቅን በረኬ ሙርቴሴ ገረ ዹማት ፍዴ ጄቹዸ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Hiikaan dubbii kanaas,<<Mene, mene?, jechuun <<Lakkaa'e, lakkaa'e>> jechuu dha; kanaaf Waaqayyo bara mootummaa keetii lakkaa'ee, mootummaan kee akka dhumu godheera. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “Hiikkaan isaas kana: “Maanee jechuun Waaqni bara kee murteessee gara dhumaatti fide jechuu dha. Sien die hoofstuk |