Daaniʼel 5:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ጋፈ ገራንሳ ኦፍ ቱሌ መታ ጀባቴት ገሩ እን ቴሶሳራ ካፈሜ ኡልፍንሳስ እሰራ ፉዸተሜ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Yommuu inni garaa isaatti ol of qabee, yaada isaattis waan guddaa of se'ee, lafa jiru wallaalettis, teessoo mootummaa isaa irraa buufamee ulfinni isaas irraa fuudhame; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Gaafa garaan isaa of tuulee mataa jabaatetti garuu inni teessoo isaa irraa kaafamee ulfinni isaas isa irraa fudhatame. Sien die hoofstuk |