Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ከነረት ዳንኤል ዴብሴ ሞትቻን አከነ ጄዼ፤ “ኬናንኬ ሱማፍ ሃሀፉ፤ በዻስንኬሞ ነመ ብራቲፍ ሃኬነሙ። ተኡዩ አን ከተብቸ ዱብሴ ሂካሳ ሞትቸት ነንህመ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Yommus Daani'el deebisee mootichuma duratti,<<Kennaan kee siif haa hafu, gonfaa kees kan biraatiif kenni! Caaffaticha garuu si mootichaaf nan dubbisa, hiikaa isaas sitti nan beeksisa.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Kana irratti Daaniʼel deebisee mootichaan akkana jedhe; “Kennaan kee sumaaf haa hafu; badhaasni kee immoo nama biraatiif haa kennamu. Taʼu iyyuu ani katabbicha dubbisee hiikkaa isaa mootichatti nan hima.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:17

Volg ons:

Advertensies


Advertensies