Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ኦጌዪኒፊ ሞርቶትን አከ ከተቢ ከነ ዱብሰኒ ሂካሳ ነት ህመኒፍ ፉለኮ ዱረት ፍደመኒ ቱረን፤ እሳን ገሩ እብሱ ህንደንዴኜ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Ammas beektonni,<<Beekaa>> warri jedhamanis caaffata kana dubbisanii hiikaa isaa akka anatti beeksisaniif fuula koo duratti ol galfamanii turan; garuu hiikaa dubbichaa anatti himuu hin dandeenye.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Ogeeyyiinii fi mortoonni akka katabbii kana dubbisanii hiikkaa isaa natti himaniif fuula koo duratti fidamanii turan; isaan garuu ibsuu hin dandeenye.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies