Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ከናፉ ዳንኤል ፉለ ሞትቻ ዱረት ዽኤፈሜ፤ ሞትችስ አከነ ጄዼን፤ “ወረ አባንኮ ሞትች ቦጅኤ ይሁዳዻ ፍዴ ኬሳ ከን ዳንኤል ጄዸሙ ስኢ?

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Kana irratti Daani'elin mooticha duratti in dhi'eessan; mootichi immoo Daani'eliin,<<Yaa Daani'el, ati edaa warra Yihudaa warra abbaan koo mootichi biyya Yihudaatii booji'ee as fide keessaa tokko!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Kanaafuu Daaniʼel fuula mootichaa duratti dhiʼeeffame; mootichis akkana jedheen; “Warra abbaan koo mootichi boojiʼee Yihuudaadhaa fide keessaa kan Daaniʼel jedhamu siʼii?

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:13

Volg ons:

Advertensies


Advertensies