Daaniʼel 4:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ከናፉ አን አከ እሳን አብጁ ሰነ ና ሂከኒፍ አከ ኦጌዪን ባብሎን ሁንድ ፉለኮ ዱረት ዽኤፈመን ነንአጀጄ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Kanaaf beektonni Baabilon hundinuu gara kootti ol galanii hiikaa abjichaa akka anatti beeksisaniif abboommii nan baase*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Kanaafuu ani akka isaan abjuu sana naa hiikaniif akka ogeeyyiin Baabilon hundi fuula koo duratti dhiʼeeffaman nan ajaje. Sien die hoofstuk |