Daaniʼel 4:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 አት ሰበ ኬሳ አርአምቴ ብኔንሶተ ቦሶና ወጅን ጅራተ፤ አከ ሎኒ መርገ ኛተ፤ ፍጤንሰ ሰሚቲንስ ንጂተ። አት ሀመ አከ ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞቱሞተ ነሞታረት ቡልቻ ተኤፊ አከ እን ሞቱሞተ ከነስ አባ በርባዴፍ ኬኑ ደንደኡ ቤክቱት ወጋን ቶርበ ስ ደርበ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 ati namoota gidduudhaa in baafamta, iddoon jireenya kees bineensota bakkee wajjin in ta'a, akka sangaas marga in nyaatta, fixeensa waaqaraatiin in tortorfamta; inni hundumaa gara irraa jiru sun mootummaa namootaa irratti akka mo'u, abbaa ofii isaatii jaallateef akka isa kennus hamma beektutti, barri torba si irratti in darba. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Ati saba keessaa ariʼamtee bineensota bosonaa wajjin jiraatta; akka loonii marga nyaatta; fixeensa samiitiinis ni jiita. Ati hamma akka Waaqni Waan Hundaa Olii mootummoota namootaa irratti bulchaa taʼee fi akka inni mootummoota kanas abbaa barbaadeef kennuu dandaʼu beektutti waggaan torba si darba. Sien die hoofstuk |