Daaniʼel 4:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 መለቶወኒፊ ሆጂወን ድንቂ ከኔን ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ናፍ ጎዼ እስንት ህሙን ነ ገመቺሰ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Milikkitootaa fi dinqiiwwan Waaqayyo inni hundumaa gara irraa jiru anaaf raawwate mul'isuun wanta ba'eessa anatti fakkaate; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Mallattoowwanii fi hojiiwwan dinqii kanneen Waaqni Waan Hundaa Olii naaf godhe isinitti himuun na gammachiisa. Sien die hoofstuk |