Daaniʼel 4:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ቀልቢንሳስ ቀልቢ ነማራ ጌደረሜ ቀልቢን ሆሪ እሳፍ ሃኬነሙ፤ ኩንስ ሀመ ወጋን ቶርበ ደርቡት ሃተኡ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Sammuun isaa sammuu namaa irraa haa geddaramu; sammuun bineensaas isaaf haa kennamu; barri torbas isa irratti haa darbu; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Qalbiin isaas qalbii namaa irraa geeddaramee qalbiin horii isaaf haa kennamu; kunis hamma waggaan torba darbutti haa taʼu. Sien die hoofstuk |