Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ጉፉፊ ህድሳ ገሩ ስቢላፊ ናሲዻን ህዸሜ ለፈ ኬሰ፣ መርገ ድሬ ኬሰ ሃቱሩ። “ ‘እን ፍጤንሰ ሰሚቲን ሃጂዹ፤ ብቅልቱ ኬሰስ ብኔንሶተ ወጅን ሃጅራቱ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Gufuu hidda isaa garuu, hidhaa sibiilaa fi sibiila diimaatiin marga bakkee warra lallaafaa keessatti hidhaatii lafa keessatti hambisaa! Fixeensa waaqaraatiin haa tortoru, ga'aan isaas marga lafaa keessatti bineensotaa wajjin haa ta'u!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Gufuu fi hiddi isaa garuu sibiilaa fi naasiidhaan hidhamee lafa keessa, marga dirree keessa haa turu. “ ‘Inni fixeensa samiitiin haa jiidhu; biqiltuu keessas bineensota wajjin haa jiraatu.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies