Daaniʼel 4:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ሙክን ሱን አከ መሌ ጉደቴ ጀባቴ፤ ፊጤንሳስ ሰሚ ቱቄ፤ ሀመ ዳሪ ለፋትስ ንሙልአተ ቱሬ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 mukichi immoo fiixeen isaa bantii waaqaa bira hamma ga'utti in guddate, in jabaate, andaara lafaa hundumaattis in mul'ate. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Mukni sun akka malee guddatee jabaate; fiixeen isaas samii tuqe; hamma daarii lafaattis ni mulʼata ture. Sien die hoofstuk |