Daaniʼel 3:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን አኩመ ሰገሌ ጋንፋ፣ ኡሉሌ፣ መሲንቆ፣ ክራራ፣ በገና፣ ከን ፋጋቲፊ ስርባ ዸጌሰኒን አዳን ለፈት ጎምብፈምተኒ ፈኪ ወርቄ ከን ኔቡከድኔዘር ሞትች ዻቤፍ ሰገዱ ቀብዱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, ulullee, sagalee mi'a garaa garaas yeroo dhageessan bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame Nebukadnezaar mootichi dhaabeef gombifamaatii sagadaa! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isin akkuma sagalee gaanfaa, ulullee, masiinqoo, kiraaraa, baganaa, kan faaggaatii fi sirbaa dhageessaniin addaan lafatti gombifamtanii fakkii warqee kan Nebukadnezar Mootichi dhaabeef sagaduu qabdu. Sien die hoofstuk |