Daaniʼel 3:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ኔቡከድኔዘር ሞትች ድንቅሲፈቹዻን ኡታሌ ከኤ፣ “ነሞትን ኑ ሂኔ እብደት ደርበትኔ ሰዲ ህንቱሬ?” ጄዼ ጎርስቶተሳ ጋፈቴ። እሳንስ፣ “ያ ሞቲ፣ ኩን ዹጉመ” ጄዸኒ ዴብሰን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Ergasii Nebukadnezaar mootichi na'ee waan dinqifateef, sardamaa lafaa ka'ee,<<Namoonni sadii hidhamanii ibidda keessatti akka darbataman goone mitii ree?>> jedhee gurguddoota mana mootummaa isaa in gaafate; isaan immoo deebisanii mootichaan,<<Kana dhuguma gooneerra, yaa mootii!>> jedhaniin. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Nebukadnezar Mootichi dinqisiifachuudhaan utaalee kaʼee, “Namoonni nu hiinee ibiddatti darbanne sadii hin turree?” jedhee gorsitoota isaa gaafate. Isaanis, “Yaa Mootii, kun dhuguma” jedhanii deebisan. Sien die hoofstuk |