Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 አጀጅን ሞትቻ አከ መሌ አሪፈቺሳ ቱሬ፤ ሰበቢ እብድ ቦላ ሱን አከ መሌ ቦበኣ ቱሬፍ አረብን እብደ ሰና ሎልቶተ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ጌሰን ሰነ ፍጤ፤

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Abboommiin mootichaa jabaa waan tureef, ibiddichis gar-malee waan gubeef, arrabni ibiddichaa warra Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo geessanii itti darbatan gubee in ajjeese.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Ajajni mootichaa akka malee ariifachiisaa ture; sababii ibiddi boollaa sun akka malee bobaʼaa tureef arrabni ibidda sanaa loltoota Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo geessan sana fixe;

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:22

Volg ons:

Advertensies


Advertensies