Daaniʼel 3:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 አመ እስን ዬሮ ሰገሌ ጋንፋ፣ ኡሉሌ፣ መሲንቆ፣ ክራራ፣ በገና፣ ከን ፋጋቲፊ ስርበ ከምዩ ዸጌሰንት ኩፍተኒ ፈኪ አን ዻቤፍ ዮ ሰገደን ጋሪዸ። ገሩ ዮ እስን ሰገዱ ባተን፣ ዮሱመ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡት ደርበተምቱ። ኤጋ ዋቀ ከምቱ ሀርከኮቲ እስን ባሱ ደንደአ?” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Egaa amma sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, ulullee, sagalee mi'a garaa garaas akkuma dhageessaniin, bifa fakkeenyaa ani hojjechiiseef gombifamtanii sagaduudhaaf qophaa'aa! Yoo sagaduu dhabaattan garuu, si'uma sana iddoo ibiddi itti bobba'u keessatti in darbatamtu; Waaqayyo inni harka koo isin oolchu kun eenyu?>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Amma isin yeroo sagalee gaanfaa, ulullee, masiinqoo, kiraaraa, baganaa, kan faaggaatii fi sirba kam iyyuu dhageessanitti kuftanii fakkii ani dhaabeef yoo sagaddan gaarii dha. Garuu yoo isin sagaduu baattan, yoosuma boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatamtu. Egaa waaqa kamitu harka kootii isin baasuu dandaʼa?” Sien die hoofstuk |