Daaniʼel 3:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ኔቡከድኔዘርስ አከነ እሳኒን ጄዼ፤ “ያ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ፣ እስን ዹጉማን ዋቆተኮ ህንተጃጅልተኒ? ዮካን ፈኪ ወርቄ አን ዻቤፍ ህንሰገደኒ? Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Nebukadnezaaris,<<Yaa Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo! Isin dhuguma waaqayyolii koo hin waaqessitanii>> Bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ani dhaabeefis hin sagaddanii>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Nebukadnezaris akkana isaaniin jedhe; “Yaa Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo, isin dhugumaan waaqota koo hin tajaajiltanii? Yookaan fakkii warqee ani dhaabeef hin sagaddanii? Sien die hoofstuk |