Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ኔቡከድኔዘርስ አከ መሌ ኣሬ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ዋምስሴ። ከናፉ ነሞትን ኩኔን ሞትቸ ዱረት ዽኤፈመን፤

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Nebukadnezaaris kana irratti aaree dheekkamee, Shaadraakin, Meshaakin, Abed-Neegoos gara isaa akka fidan in abboome; isaanis jara kana mooticha duratti dhi'eessan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Nebukadnezaris akka malee aaree Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo waamsise. Kanaafuu namoonni kunneen mooticha duratti dhiʼeeffaman;

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:13

Volg ons:

Advertensies


Advertensies