Daaniʼel 3:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ገሩ ያ ሞትቸ፣ ይሁዶትን አት ዽመ ብየ ባብሎንረት ሙዴ ቶኮ ቶኮ አጀጀኬ ድደኒሩ፤ እሳንስ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎዸ። እሳን ዋቆተኬ ህንተጃጅለን ዮካን ፈኪ ወርቄ አት ዻብዴፍ ህንሰገደን።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Yihudoonni warri ati hojii kutaa biyya Baabilon sana geggeessuu irra isaan dhaabde tokko jiru; maqaan isaaniis Shaadraak, Meshaak, Abed-Neegoo dha; namoonni kun abboommii kee hin ulfeessan, yaa mootii! Isaan waaqayyolii kee hin waaqessan, bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ati dhaabde sanaafis hin sagadan>> jedhan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Garuu yaa Mooticha, Yihuudoonni ati dhimma biyya Baabilon irratti muudde tokko tokko ajaja kee didaniiru; isaanis Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo dha. Isaan waaqota kee hin tajaajilan yookaan fakkii warqee ati dhaabdeef hin sagadan.” Sien die hoofstuk |