Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:47 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

47 ሞትችስ ዳንኤሊን፣ “አት ዾክሳ ከነ ሙልእሱ ደንዴሴርታቲ ዹጉማን ዋቅንኬ ዋቀ ዋቆታቲፊ ጎፍታ ሞቶታ ከን ዾክሳ ሙልእሱዸ” ጄዼ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

47 mootichis Daani'eliin,<<Erga ati dhoksaa kana mul'isuu dandeesse,<<Waaqayyo keessan dhuguma waaqayyolii irratti Waaqayyoo dha, mootota irrattis gooftaa dha, wanta dhokataa hundumaas isa mul'isuu dha?>> jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

47 Mootichis Daaniʼeliin, “Ati dhoksaa kana mulʼisuu dandeesseertaatii dhugumaan Waaqni kee Waaqa waaqotaatii fi Gooftaa moototaa kan dhoksaa mulʼisuu dha” jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:47

Volg ons:

Advertensies


Advertensies