Daaniʼel 2:42 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ42 አኩመ ቁብን ሚላ ሱን ገርቶኮ ስቢለ፣ ገርቶኮሞ ሱጴ ተኤ ሰነ ሞቱማን ኩንስ ገርቶኮ ጀባ፣ ገርቶኮሞ ደዸባ ተአ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo42 Akkuma qubbeetiin miillan isaa gar-tokko sibiila, gar-tokko immoo suphee ta'e, mootummichis gar-tokkoon isaa jabaa, gar-tokkoon isaas suphaa in ta'a. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa42 Akkuma qubni miillaa sun gartokko sibiila, gartokko immoo suphee taʼe sana mootummaan kunis gartokko jabaa, gartokko immoo dadhabaa taʼa. Sien die hoofstuk |