Daaniʼel 2:38 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ38 እን ሰኚ ነማ፣ ብኔንሶተ ቦሶናቲፊ ስምብሮተ ሰሚ ደበርሴ ሀርከኬት ሲፍ ኬኔረ። ለፈ እሳን ጅራተን ከምትዩ ሁንደሳኒረት ቡልቻ ስ ጎዼረ። አት መታ ወርቄት። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo38 inni ilmaan namootaa, horii qe'ee, bineensota caakkaa, simbirroota qilleensa keessa balali'anis lafuma jiranitti harka kee keessa galchee, ati hunduma isaanii akka seerrattu godheera; egaa mataan fakkeenyichaa inni warqeen sun si*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa38 inni sanyii namaa, bineensota bosonaatii fi simbirroota samii dabarsee harka keetti siif kenneera. Lafa isaan jiraatani kamitti iyyuu hunda isaanii irratti bulchaa si godheera. Ati mataa warqee ti. Sien die hoofstuk |