Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:35 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

35 ኤርገሲ ስቢል፣ ሱጴን፣ ናሲን፣ ሜቲፊ ወርቄን ሱን ዬሩመ ቶኮት ጨጨበኒ አኩመ ሀበቂ ዬሮ ቦና ኦብዲረ ጅሩ ተአን። ቡቤንስ ኡቱ ዋን ቶኮሌ ህንሀምብስን ሀሬ ዴሜ። ዸጋን ፈኪ ሰነ ጨጨብሴ ሱን ገሩ ቱሉ ጉዳ ተኤ ለፈ ሁንደ ጉቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

35 Achumaan sibiilichi, suphichi, sibiilichi diimtichi, meetichi, warqichis caccabee hurraa'ee, akka habaqii bonaa isa lafa oobdii midhaanii ta'e; hurraan isaa tokko illee akka hin hafnettis qilleensi isa fudhatee sokke; dhagichi inni fakkeenyicha rukute garuu tulluu guddaa ta'ee biyya lafaa guute.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

35 Ergasii sibiilli, supheen, naasiin, meetii fi warqeen sun yeruma tokkotti caccabanii akkuma habaqii yeroo bonaa oobdii irra jiruu taʼan. Bubbeenis utuu waan tokko illee hin hambisin haree deeme. Dhagaan fakkii sana caccabse sun garuu tulluu guddaa taʼee lafa hunda guute.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:35

Volg ons:

Advertensies


Advertensies