Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 ዳንኤልስ ዴብሴ አከነ ጄዼ፤ “ነምን ኦጌስ ከምዩ፣ ሞርቱን፣ ቶልችቱን ዮካን እላልቱን እጪቲ ዋን ሞትች ጋፈቴ ሰና እብሱ ደንደኡ ቶኮዩ ህንጅሩ፤

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Daani'el immoo deebisee,<<Dhoksaa mootichi gaafate kana, ogeessonni,<<Beekaa>> warri jedhaman, warri ayyaana hedan, warri urjii ilaalanii namaaf himanis danda'anii mootiitti hin beeksisan;

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Daaniʼelis deebisee akkana jedhe; “Namni ogeessi kam iyyuu, mortuun, tolchituun yookaan ilaaltuun icciitii waan mootichi gaafate sanaa ibsuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru;

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:27

Volg ons:

Advertensies


Advertensies